Lola humna waraanaafi humna addaa Sudaan gidduutti gaggeeffamaa jiruun gamoo guddaa magaala guddoo biyyaattii Kaartuum keessatti argamutti ibiddi itti qabate. Dilbata kaleessaa viidiyoo miidiyaa ...